Sahiiha Bukhaarii (kitaaba guutuu)
Share:

Listens: 46

About

Sagantaan tun kitaaba sahiiha bukhaarii guutuu uf keessaa qabdi,kitaabni kun hadiisota sahiiha barnoota islaamaa guututti ufkeysaa qaban kumoota heddu uf keessatti hammata.sadarkaa guddaa isaatiif ’’irra caalaa kitaabaa eega kitaaba rabbiitii’’ jedhamee moggaafame.